Tumgik
#Hantuunni haadha jalatti gumbii uraa barti •
yeeroo-jaalala · 9 months
Text
Haati hattuun intala hin amantu.
Haati hattuun intala hin amantu. Abbaa gabaabaa ijoolleen hiriyyaa seeti. Abbaan daadhii dhugeef ilma afaan hin urgaayu. Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu. Haadha laalii intala fuudhi. Dura na dhungatteef dhirsa naa hin taatu jette intalli Ø Hamma namaa hin Geessuu cabsa namaa hin teessu Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse Waan…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes