Tumgik
#Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse •
yeeroo-jaalala · 9 months
Text
Haati hattuun intala hin amantu.
Haati hattuun intala hin amantu. Abbaa gabaabaa ijoolleen hiriyyaa seeti. Abbaan daadhii dhugeef ilma afaan hin urgaayu. Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu. Haadha laalii intala fuudhi. Dura na dhungatteef dhirsa naa hin taatu jette intalli Ø Hamma namaa hin Geessuu cabsa namaa hin teessu Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse Waan…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes
yeeroo-jaalala · 9 months
Text
MAMMAAKSA OROMOO Hamma Namaa hin Geessuu Cabsa namaa hin teessu! Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa ! Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse! Waan Dabruuf maqaa hin dabarre hin fuudhan ! Hin barihu Seetee Gorduubatti hadde ! Anatu Caalaan Ciinciraa haaduu afaan buute ! Gubattee hin beektuu ibiddatti gamti ! Laftis bahii jette jaartiin faeda irraa kuftee ! Jaartiin Bara…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes
yeeroo-jaalala · 9 months
Text
MAMMAAKSA OROMOO pdf
MAMMAAKSA OROMOO pdf  Hamma Namaa hin Geessuu Cabsa namaa hin teessu!  Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa !  Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse!  Waan Dabruuf maqaa hin dabarre hin fuudhan !  Hin barihu Seetee Gorduubatti hadde !  Anatu Caalaan Ciinciraa haaduu afaan buute !  Gubattee hin beektuu ibiddatti gamti !  Laftis bahii jette jaartiin faeda irraa…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes